• Sat. Mar 14th, 2026

WBOn Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa keessatti diina adabe

Jul 6, 2024

ONM-ABO Adoolessa 4, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa konyaa Gujii Lixaa Aanaa Bulee Horaa ganda Carii Saphaliisatti tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti Bobbaa Irbuu Shinniggaan fudhateen du’aa fi madoon adabee meeshaa irraa hiikee jira.

Tarkaanfii har’a Adoolessa 4 fudhate kanaanis loltoota diinaa du’aa fi madoon adabuun cinaatti qawwee AKM 2 fi hidhannoo irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading