Mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu haasaan deemaa jiru homtuu hin jiru. Afaan aangawoota Itoophiyaa saffisa qilleensa fudhatuun sobas facaasaa oola. Garuu, WBOn yoomillee gaaffii ummata keenyaa otoo hin sharafiin haasawaa rakkoo hundee furuu dandahuuf qophii dha.
