• Thu. Mar 19th, 2026

WBOn Zoonii Giddu Galaa Oromiyaa Kaabaa Shaggaar Aanaa Yaayyaa Guullallee Keessatti Diina Adabe

Aug 17, 2024

ONM-ABO Hagayya 15, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn har’a Hagayya 15 Kaaba Shaggar aanaa Yaayyaa Guullallee ganda Nya’aa Soolee jedhamu keessattii tarkaanfii waraana impayeera Itoophiyaa irratti fudhateen 8 du’aan 21 madoon dandammii hin qabneen adabee jira.

Tarkaanfii kanaanis loltoota PP 3 harkaan yoo qabu tikoota ganda Areeree fi ganda Daalattii Rimeettii keessaa nama dararan hidhannoo guutuu waliin dhuunfatanii jiru.

Gama meeshaatiin AKM 4 hidhannoo guutuu waliin irraa hiikee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading