• Thu. Mar 19th, 2026

Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa Guyyaa 1ffaa – Daandiin Gimbii – Asoosaa geessu

Sep 6, 2024

Guyyaa 1ffaa

Daandiin Gimbii – Asoosaa geessu
Gimbii – Begii geessu
Gimbii – Mandii geessu
Mandii – Asoosaa
Najjoo – Qilxu Kaarraa – Mandii geessu cufaamee jira.

Aanaa Amayyaa fi Noonnoo akkasumas aanaalee naannoo sanaa kanneen magaalaa godinaa waliin wal quunnamsiisu eegumsa qeerroo jala jira.

Diddaa Uummataa itti fufa ❗

One thought on “Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa Guyyaa 1ffaa – Daandiin Gimbii – Asoosaa geessu”

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading