Bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti ergamtoonni bilxiginnaa imaltoota konkolaataa irraa buusanii saamaa jiraachuun himame
ONM-ABO Fulbaana 1, 2024 Garaa isaanii guuttachuu qofaaf kan hojjetan ergamtoonni bilxiginnaa miindaan isaanii isaan jiraachisu yeroo dadhabu akkaataa isaaniif…
