Godina Arsii Bahaa Aanaa Roobeetti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa irratti dhukaasa banuun miidhaa qaqqabsiisuun dhagaa’ame
ONM-ABO Muddee 31, 2024 Gara jabeeyyiin loltoota faashistii Abiy Ahimed lolaan Waraana Bilisummaa Oromoo injifachuu hoggaa dadhaban gara maatii qabsaa’otaatti…
