• Tue. Jan 13th, 2026

Pirezidaantiin Faransaay Imaanu’el Makroon ammas gara Waashingitan imaluu danda’a jetti dubbi himtuun mootummaa 

Mar 7, 2025

ONM-ABO Bitootessa 6, 2025 

Prezidaantiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon pirezidaantii Yukireen Volodamer Zelenskii fi muummicha ministeera UK Keyir Istaarmer waliin ammas gara Waashingitanitti imaluuf yaadaa jiraachuu dubbi himtuun mootummaa Soofii Pirimas Roobii kaleessaa  dubbataniiru.

Pirimas walgahii torban torbanii kaabinee Faransaayiin booda gaazexeessitootaaf haasaa taasisaniin himaniiru.

 Muummichi Ministeeraa Hangarii Viktor Orban Roobii darbe, walgahiin Gamtaa Awurooppaa tarkaanfii waloo deeggarsa Yukireen irratti fudhachuuf kaayyeffate guyyaa tokko dura, pirezidaantii Faransaay Emmanuel Macron waliin wal arguuf akka jiran dubbataniiru jechuun Rooyiters gabaaseera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading