Qophii Addaa ONM-ABO Gurrhaandala 26, 2025 Itti Dhiyaadaa!
https://rumble.com/v6pivvx-qophii-addaa-onm-abo-guraandhala-26-2025-itti-dhiyaadhaa.html
https://rumble.com/v6pivvx-qophii-addaa-onm-abo-guraandhala-26-2025-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Dhaabbanni godaansaa idil-addunyaa qaamni “dirqisiisaa gosa kamiyyuu” lammiilee Falasxiin Gaazaa keessaa baasuu hin ta’u jedhan daayreektarri…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Bulchiinsa Oromiyaa kan of harkaa qabu Shimallis Abdiisaa irra deddeebiin sababoonni qawwee dhabuun qaamolee biroon miidhamuu…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Ganna ganna maqaa jijjiirama qilleensaa to’achuuf biqilaa dhaabna jedhanis, dantaa siyaasa isaaniif waraana isaaniin bosona mancaasuu…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Waraana faashistii PP’n saamichi maatii qabsaa’otaa fi namoota hariiroo Waraana Bilisummaa Oromoo qabu jedhamanii shakkaman irratti…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Baha Wallaggaa aanaa Guutoo Giddaa ganda Gaarii jedhamutti waraanni faashistii PP Gurraandhala 23, 2025 Taarikuu Asfawuu…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Aanaa Daarimuu ganda Waabeekoo jedhamu irraa torban lamaan darbe ergamtoonni Bilxiginnaa nama maqaan isaa Mahaammad Moosisaa…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Ajjeechaa suukkanneessaan caamsaa 2021 dargaggoo Amaanu’eel Wandimmuu irratti godina Qellem Wallaggaa bulchiinsa Magaalaa Dambii Dollootti raawwatame…
https://rumble.com/v6pkde6-oduu-galgala-onm-abo-guraandhala-26-2025-itti-dhiyaadhaa.html