Godina Booranaa Aanaa Dirreetti Baddaan Gaamaduu waraana faashistii PP’n gubachaa jiraachuun dhaga’ame
ONM-ABO Gurraandhala 27, 2025 Tibbana bakkeewwan garaa garaatti waraana Bilxiginnaan bosonni gubachuun itti fufuun godina Booranaa aanaa Dirree ganda Gololchaatti…
