Haala kamuu keessatti ‘dadhabe’ osoon jennee qabsoo sabaa tumsuun, waraana keessan gargaaruuf yeroo mara durarratti argamtu, rakkoo wal xaxaa, haala ulfaataa keessa teessanii hamlee yoomuun dhaamneen tumsi qabsoo bilisummaa Oromoof gootaniifi gochaa jirtan abdii namatti horee qabsoo saba kanaaf godhamutti nama onnachiisa.qabsoon ilmaan Oromoo malee garagaaraa biraan qabne isin qabaachuutti carroomeera.
Injifannoo Ummata Oromoof!
ABO_WBO #highlights #GGO #highlightseveryone

