• Wed. May 13th, 2026

Dambi Doolloo: Waraanni PP Dargaggoota lamaan kaampii maaxaa bakka jedhamutti geessanii ajjeesan!

Apr 18, 2025

Inbox

a#Dambi_Doolloo

“Dargaggoota maqaan isaanii,
1) Muddiin Ittafaa
2) Iyyobee Kabaa jedhaman gaafa 02/08/2017 G/Q/W/aanaa sayyoo G/abbaa jaarraa irraa maqaa WBO wajjin hidhata qabdu jedhuun waraanni pp qabanii D/dolloo kaampii chaayinaatti dararaa erga turanii booda kaleessa 08/08/2017 kaampii maaxaa bakka jedhamutti geessanii ajjeesan!


Akka ajjeefaman maatiin dhagahee reeffa fudhachuuf oggaa dhaqu maatii reeffa dhowwatanii achii hari’an!”

@Caayaa Qeerroo

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading