Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti murni PP dargaggoota 3 ajjeesuun 2 yoo madeessan, kanneen biroo ammoo dirqiin adda waraanaatti guuruu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Ebla 29, 2025 Murni Bilxiginnaa guyyaa dhufee darbuun gadda manneen ilmaan Oromootti uwwisaa oolu, aanaa Gadab Hasaasaa keessatti dargaggootaa…
