Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Yamaaloogii Walalii fi Aanaa Gawoo Qeebbeetti humnaan ijoollee ukkaamsanii fe’uu fi saamichi qabeenyaa hammaachuun dhaga’ame
ONM-ABO Ebla 28, 2025 Ergamtoonni Bilxiginnaa kanneen barcuma nam-tokkee qofa tiksuuf hidhatanii bobbaafaman, teessuma siyaasaa Minilikiin bocamee dhiiga ilmaan Oromoo…
