PP’n Gaaffii fi Diddaa Ogeeyyota Fayyaa gaggeessan kallattii jijjiirsisuuf, fi gaaffii isaanii xiqqeessuuf, magaalaa Shaggar, bakkoota hedduutti jechuun Buufata Kellaa Fayyaa haanga Hospitaalaatti talaallii kenninaa jedhanii Suuraa ka’uutti jiru.
HAALA KANAAN:
Daa’imman talaallii yeroo isaa hin eegganne sagantaa malee bakka ogeessi fayyaa gahaa hin jirretti gaggeessuun fayyaa daa’imaa balaa irra buusuu malu;
Talaallii yeroo malee bakka ogeessi fayyaa hin jirretti morkiidhaan qisaasuun baasii hin malleef biyya saaxila,
PPn Ogeeyyota fayyaa gaaffii mirgaa gaafatan xiqqeessuuf jecha, hojjettoota waan biraa hojjechuu dandahan yeroo isaanii bakka kanatti qisaasuun baasii dabalataa baasaa jiru.
I NJ I FAN N O O IJ U M MATA O RO M OO F!
