YAADANNOO ABBOOTII GADAA KARRAYYUU WAGGAA 4FFAA:Gaafa isin ajjeesan itti yaadanii Duudhaa fi Sirna Gadaa Oromoo ajjeesuuf godhan
Erga isinirratti dhumaatii sana raawwatanii Oromootti akka malee hammaatanii Oromoo lafarraa daguugaa jiru.Sirni isin ajjeese garuu har’allee boqonnaa hin arganne,…
