Baha Harargee aanaalee garaagaraa keessatti dargaggoota adaamsanii gara waraanaatti guuruu fi maqaa kaffaltiin hawaasni dararamaa jiraachuun dhaga’ame
ONM-ABO Muddee 6, 2025 Godina Baha Harargee Aanaa Gursum, Jarsoo fi Kombolchaa keessatti impaayerri koloneel Abiy Ahmed’n hoogganamaa jirtu, nageenya…
