Godina Arsii Bahaa Aanaa Zuwaay Dugdaa keessatti loltootni Bilxiginnaa dargaggoo umurii 18 tokko ajjeesuun dhaga’ame
ONM-ABO Muddee 5, 2025 Godina Arsii Bahaa aanaa Zuwaay Dugdaa ganda Adaree Leephoo jedhamu keessatti araada dhiiga qulqulluu dhagalaasuu kan…
