Aanaa Daalle Waabaraa keessatti kaabinoonni fi kaadiroonni Bilxiginnaa barattootaa mana barnoota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa kaardii filannoo dirqiin fudhachiisaa jiraachuun dhaga’ame
ONM-ABO Bitootessa 30, 2026 Godina Qellem Wallaggaa aanaa Daalle Waabaraa magaalaa Qaaqee ganda 01 fi 02, Saggoo Adaamii, Kaarra Wadeessaa,…
