PPn Ilmaan Oromoo Ajjeesuu Itti Fufte!
Abdii kutataan sirna PP godina Arsii lixaa aanaa Siraaroo ganda Qooqaa Arraatii jedhamu dargaggoo maqaan isaa Fayisaa Agabaas Leencoo jedhamu…
Abdii kutataan sirna PP godina Arsii lixaa aanaa Siraaroo ganda Qooqaa Arraatii jedhamu dargaggoo maqaan isaa Fayisaa Agabaas Leencoo jedhamu…
Lixa Wallaggaa aanaa Qilxuu Kaarraatti Loltooti PP guyyoota afuriif gandoota baadiyyaa keessa sochii taasisuun saamicha qabeenyaa, namoota ukkaamsuun hidhuu fi…
Qeerroo, son of mountains bold, Your heart is fire, your spirit gold. In valleys deep and forests wide, You rise…
Akka ONM-ABO Caamsaa 22, 2025 gabaasetti, Waraannii PP Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Daarimuu keessatti daa’imman 6 fi dargaggoon 1…
Godina Wallagga Lixaa, aanaa Sayyoo Nooleetti loltoonni koloneel Abiy Ahimed manneen hawaasa irratti gubuu itti fufan. Haala kanaan Lixa Wallaggaa…
“Yoo hogganooti uummata ajjeesuu fi hidhuu hojii isaanii godhatan, isaan dhukkubsatoo dha. Uummatni baduu mannaa hogganoonni kun wal’aanamuu qabu. Ogeeyyooti…
“Human beings are members of a whole,In creation of one essence and soul.member is afflicted with pain, If one Other…
PPn Zoonii, Aanaa fi Gandaa irraa leenjii waraanummaa fi siyaasaa isiniif kenna jettee muudamtoota ishee Awash Bishola walitti qabdee turte.…
Godina Harargee Lixaa aanaa Shanan Dhuuggoo keessatti, Caamsaa 17, 2025 irraa eegaluun, loltoonni fi kaadironni Paartii Badhaadhinaa (PP) maqaa “kaffaltii…
Mindaa Doktoraa_250522_041117Download