• Wed. May 6th, 2026

Mootummaan Abbaa Hirree Kan Bilxiginnaan Durfamu Dargaggoota Mana Hidhaa keessaa baasee Ajjeesisuu itti fufe

Mar 9, 2022

Mootummaan Abbaa Hirree Kan Bilxiginnaan Durfamu Dargaggoota Mana Hidhaa keessaa baasee Ajjeesisuu itti fufe.

[SQ Bitootessa 09/2022]

Dargaggoo Gammachuu Yaaddeessaa Yakka tokko Humna Tikaa Mootummaa Abbaa Hirreen Ukkaamfame Mana hidhaa Abuunaa Gindabarat turuunsa niyaadatama.

Guyyaa Kaleessaa Bitootessa 08/2022 Mana Hidhaa keessaa baafamuun ajjeefamuun Odeessi Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo qaqabee NI ifoomsa. Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo! Finfinnee, Oromiyaa!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading