• Thu. Apr 30th, 2026

Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman

Mar 10, 2022

Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman

(SQ-Bitootessa 10, 2022)

Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti barsiisaa Gammachuu Wiirtuu badii tokko malee waraana murna pp tiin guyyaa kaleessaa, Bitootessa 9, 2022 qabamee hidhame. Guyyoota muraasa dura ogeessi fayyaa fi kilinika dhuunfaa banachuun ogummaa fayyaatiin kan ummata tajaajilu Obbo Asaffaa Jaallataa aanuma kana magaalaa Ayyaanaa keessaa qabame hidhame.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo! Finfinnee, Oromiyaa!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading