
Oduu Injifannoon gotichaa woranaa bilisummaa oromoo zoonii Kibbaa bahaa oromiyaa godinaa arsii lixaa anaa shaallaa keessaa Socho,uu cibraan jaal naadhii gammada buttaan shaallaa siraroo gandaa korbeettii iddoo iddoo addaa garaa urjii jedhamuttii.
Guyyaa kana ganama sa,atii 2:00 irraattii lukkeellee diinaa maqaa sakkattaa wbo jedhuun shashamannee irraa bobatee odeessaa argachuun haxxee ittii hidhuun 8 batattii yoo ajeessuun 14 madoo dandamii hin qabneen adaberaa ittumaa fufuun guyyaama.
Har,aa jechuun 24/3/2022 humnaa birmannaa shashamaneef hawaasaa irraa milishoota dabalamtee wolittii guramtee 10:00 irraattii wbon ittii marsuun 12 ajeesse 15 maddoon adaberaa gama meeshaan meeshaa hedduu boji,uun dantaa qabsoof olcheera Injifannoon ummaata oromoof gadaan gadaa xummuraa gabrummaatii
WBOn Haa waruu