
OMN irrattii I Aanaa Ajajaa fi ittii gaafataman damee siyaasaa kaabaa fi lixaa shaggaari kan ta ‘ee Jaal Booree Lammiikan dubbatee keessaa:
- Miidhamni WBO irraa gahee jirachuu baatus miidhamni ummaata midhamaa WBO waan ta ‘eef hedduu gaddinaa.
- Qurxummii qabuuf galaanaa gogsuu kan jedhuuf, galaanni hin qicamaa malee hin goguu gogees hin beeku. Ummataa oromoo kanas murasaa ajjeesuu dand ‘uu garuu ittuu ummataa garaa jabeessani akkaa isaan fulduraa dhaabatuu gochaa jiruu malee ummataa kanaa balleessuun abjuudha jedhee.
“OMN Turtii I Aanaa Ajajaa fi Gaafatamaa Siyaasa WBO Shaggar Kaaba Lixaa Booree Lammii wajjin” YouTube https://youtu.be/mDKOi0SKcCg
Ebila 29, 2022
