Walaloo, Mo’iiboon Oromoo Hagayya 28, 2022
https://youtu.be/eAsqI_k5u8g
https://youtu.be/eAsqI_k5u8g
Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Kaleessa Diina Du’aa fi Madoon adabuu beeksise. ONM-ABO Hagayya 28, 2022…
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn godina Baha Wallaggaa ona Haroo Limmuu dhuunfachuu beeksise. ONM-ABO Hagayya 28,2022 Irree fi gaachanni uummata…
Dhimma Kora Guddaa AB0-WB0 Sana hirdofaa! (SQ-Hagayya 28/2022) Garaagarummaa JAARMIYAA fi PAARTII:…….ABO-WBOn Jaarmayaa Siyaasaa ofdanda’ee,(independent political institution) fi Sagantaa Siyaasaa…
https://videopress.com/v/rIYURJ4p?resizeToParent=true&cover=true&preloadContent=metadata&useAverageColor=true ERGAA JAJJABDUU AJAJOOTA AB0-WB0(SQ-Hagayya 27/2022)Haasaa Jabdu Ajajan Olaana AB0-WB0 dabarsaan irra deebi'iin kan maxxanfameedha.Telegram keenya Join godhaa!https://t.me/Qeerroo2011/680
Ilmaan Oromoo mana hidhaa bulchiinsa magaalaa Buraayyuu keessa jiran dararaa argaa kan jiran yoo ta’u achuma Finfinnee fi naannoo isheetti…
Hidhaan shamarran Oromoo irratti xiyyeeffatee fi saamichi godina Qellem Wallaggaa aanaa Jimmaa Horroo keessatti hammaachun dhagahame. ONM-ABO Hagayya 27, 2022…
Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Arxummaa Fursee keessatti lola hidhattootni Affar uummata Oromoo irratti bananiin namni tokko du’uun kan biroon…
Godina baha Wallaggaa aanaa Haroo Limmuu keessatti hidhattoonni murna bilxiginnaa qabeenya namootaa fi manneen isaanii barbadeessan. ONM-ABO Hagayya 27,2022 Murni…
Godina Harargee Lixa ona Ciroo keessatti saamichi hammaate itti fufe. ONM-ABO Hagayya 27, 2022 Murni bilxiginnaa godina Lixa Harargee ona…