Odeessa Hidhaa
[SQ Sadaasa 25/2022]
Barataa Malaakuu Maatiwoos
Kan jedhamu barataa Yuunivarsiitii Diillaa waggaa 3ffaa kan ta’e, sababa Oromummaa isaa qofaaf humnootni waraanaa Bilxiginnaa mooraa sana maadheffatanii jiraniin qabamee mana hidhaatti dararaamaa jiraachuu maddeen Sagalee Qeerroof moorichaa dubbise ifoomsaniiru.

