• Sun. Nov 22nd, 2026

Waraanni Bilisummaa 0romoo Tarkaanfii Jajjabduu fudhachuu itti fufe

Nov 27, 2022

Waraanni Bilisummaa 0romoo Tarkaanfii Jajjabduu fudhachuu itti fufe.

(SQ-Sadaasa 27/2022)

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu galeessaa Ona Dirree Incinnii Araddaa Roggee Dagaa fi Buyyamaa Roggee, akkasumas, Ona Alii Osootti lola taasiseen Injifannoo Boonsa Galmeesse.

Lola kanarraattis Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoof

  • Dishqaa 4
  • Bireena 10
  • Sniper 10
  • AKM/kilaashii gosa adda addaa 237 yoo hiikamu
  • Kan Booji’ame hanga yoonaatti, 103 gaheera.
    ==> Oppireeshiniin isaan jedhanii bahan gana nuuf gumaache.

Leave a Reply