• Thu. Apr 9th, 2026

WBOn Oromiyaaf lubbuu fi dhiiga isaa kennaa jira

Feb 19, 2023

WBOn Oromiyaaf lubbuu fi dhiiga isaa kennaa jira. Wanti xiqqaan nuti gochuu dandeenyu kophee, rasaasaa fi meeshaalee yaalaa akka qaban mirkaneessuudha.

Gahee keessan bahachuuf har’a galmaa’aa ji’atti doolaara 15 WBOf gumaacha. Ji’atti doolaara 15 jechuun guyyaatti saantima 50 jechuudha. Saantima 50 maallaqa namoonni guyyaa guyyaan bunaaf baasan gadi.

https://www.empoweroromia.org/plans-pricing dhaqaatii waraana keessan deeggaraa.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading