Subscribe to get access
Read more of this content when you subscribe today.
Araarri Qaama 3ffaa hin hirmaachifne Oromiyaa keessatti nagaa hin fidu (Jaal Dandii Elemoo)
Qabsoo diddaa kolonii keessatti gooticha baddaa Horroo Abishee Garbaa lolaan dadhabame,
mala araaraan itti deemuun erga harka galfataniin booda mormaa gadi awwaaluun horii mataa
arraabsisan. Erga Oromoon karaa jaarmiyaan qabsoo bilisummaa Oromoo eegalees araarri
fakkeessii fi galma hin geenye hedduu dha.
Roorrifamanii Roorroon jiraachuurra falmatanii Bilisummaaf wareegamuutu ulfina (Jaal Gamta)
Jireenyi kaayyoo hinqabne akka farda luugama hinqabneeti. Qabsoo
keessa kaayyootu jira. Kaayyoo keessa ammoo kan ittiin qannoofi qananii guyyaa borii argan
abdii gofla qabutu kuulamee mul’ata.
Qabsoon Oromoo Akka laayyootti as hin geenye qaroo hedduu itti dhabne (Daandii D. Jaallataa)
Dhaabni ABO-WBO ammas shirrii fi diigumsi karaa shira xaxxootaatiin iratti aggaamamus
injifatee Jaarmiyaa jabaataa fi ititaa Oromoodhaaf ijaaree jira. Dhaloonni cichoomina qabdus
cichoomina warra dhugaaf dhaabbatee dhabamee darbeerraa dhaalteen dhaloota cuuphamtee
baatedha.
Kufaatii Dinagdee Sirnicha mudate baraaruuf waakkachuun bu’aa hinqabu (Gurmuu Lammii)
Biyya tokko kan bulchu tooftaafi caaseeffama sirnaati. Kufaatii biyya tokkoof sababni olaanaanis
hooggansadha. Hooggansi biyyichaa saffisaan rakkoo isa mudate furuuf muddamuu utuu hin
taane xiyyeeffannoon hojjeechuu feesisa. Raakkoon Itoophiyaan keessummeessaa jirtu kanaan wal fakkaata.