• Sat. Sep 23rd, 2023

Haala Qabatama Fi Odeeffannoo wayiitawwa Barruun Irbuu post Torbee lama lamaan dhiheessu sanbata dhufuu ni maxxanfama! Irbuu Post Jildii 4ffaan Bitootessa 5/2023 

Mar 5, 2023

Subscribe to get access

Ilmaan Oromoo Adwaaf lolan garbummaa Oromoo irratti jabeessan malee hin fayyadne!

Dhimma ilmaan Oromoo Adwaaf lolan gabrummaa uummata Oromoo irratti jabeessan malee hin fayyadne jedhu yeroo kaasnu miidhaa guddaa hanga kana hin jedhamne sirni garboomsaa habashaa Oromoo irraan ga’e, namoota jabeessan keessaa namootni maqaa Oromoon dhaa’amaa jiran kun isaan tokko.

Jaal Daandii Elemootin

Beelli Kibba Oromiyaa mudatee Rakkoo bulchiinsa gaariirraa kan maddeedha

Alagaan xiqqachuu keenya barbaadus Suuraa haadholiifi Horii hongeen kufaniin daldaluu eegaleera. Qaamonni biyyicha harka qabna jedhan ammo Qaamonni Gargaarsa Idil Addunyaa akka hindhageenyeef hojjeechuutti jiru. Oromiyaa keessaaytti Hongee yaaddessaan osoo jiruu midhaan nyaata Export goona jechuu qoosun addaggummaadha. Darbeen Gurra Dhaabbata Gargaarsa namooma duchuuf itti yaadamee waan godham jiruudha.

Lola Amajjii 22, 2023

Ta’us Walloo irratti xiyyeeffatamee kan yeroo garaagaraatti lolli qindaa’aan irratti banaamuufis Walloon gama maraanuu iccitii Habashaa waan beekuuf ,Gootittii  Warqituu eegalee haga ammaatti haalota ittiin Habashaan salphaatti cabu waan beekaniif kana of baraaruuf dirqama Walloo balleessuun karoora isaanii angafaati. Ta’us Walloon harka kennuurra lubbuu ofii kennee ilmaan ofii itti guddisaa Oromoo Oromiyaa keessa jirullee kabachiisaa yoona ga’uun waan wal nama gaafachiisu miti.

TOKKUMMAA OROMOO CALAQQEE SEENAA WALDAA MACCAA-
TUULAMAA

Tokkummaan Oromoo inni dhugaan “Tokkummaa Saba Oroomoo” ti malee kan siyaasessitootaa miti. Dhaaboti siyaasaas ta’e namootnii siyaasaa yoo tokkooman “Tokkoomuu saba Oromooti” jedhanii gudunfuun nama rakkisa. Irra guddaa tokkummaa sabaa fiduu hin danda’u. Sababni isaa silumaa dantaa mataas ta’e kan siyaasaa Oromoo qabaniin dhiibamanii kaayyoo fi mul’ata ofii jaallatanii fi filatanii adda ba’anii waliin dorgamuu waan filataniif tokkummaa sabaa mitii, kan jaarmayootaa illee fiduu hin danda’an.

H. W  Miseensa Qeerroo Bilisummaa Oromootin

Annual/Yearly Subscription

Subscribe to get access

Read more of this content when you subscribe today.

Beelli Kibba Oromiyaa mudatee Rakkoo bulchiinsa gaariirraa kan maddeedha

Monthly Subscription

Leave a Reply