• Mon. Sep 25th, 2023

Dogooggorri qubeessuu yoojiraate haalafi ofkaltii!

Apr 4, 2023

Sagantaa ijaarsa biyyaaleessa oromiyaa milkeessuuf haleellaa Ijaaraawaa diiggaa(Oromoo ijaaraa garbummaa diiguuf) impaayera itophiyaaf humnoota Oromoo gidduutti tahuu keessaa ilmaan oromoo gita hiriira isaanii miidhagfatuun of oolchuu qabu!

Gareeleen giddu-keessaa boloolaan kanneen altokkootti Itophiyaas Oromoos jedhaan kallaattiinis taatu alkallaattiin QBOtti gufuu tahaa turaan. Yeroo garaagaraatti Qabsoon Bilisummaa Oromoo diinoota alaa injifattee harka erga kennachiiseen boodatti, humnoota keessoo Oromoo kanneen altakkaatti Mandeellaas Mugaabees (Republican and federal) tahuu fedhaniin sharafamaa, ukkaamsa impaayeraa keessatti eegamaaf takaalamaa as gahee! Erga irree diinaa laamshesseen boodatti buqqaasaa sirnaa gaggeessuun hanqatee impaayeerri akka hin jigneef adeemsa jiruu karaa irraa maqsuun itti fufaa kolonii impaayeeratiif shoorri taphatamaa three dheerina umurii qabsootiif itti fufiinsaa garbummaa habashaaf qooda guddaa gumaache!

Ammaan kanaas raafama impaayeerattiif humnoomuu Oromoo irraa kanneen yaaddee qabaan Qabsoo bilisummaa oromoo WBOn gaggeessaa jiruu irraatti duula dhagaa darbannaa keessaaf alaan gaggeessaa jiruu. Innii alanaa kun immoo itophiyaa itti fufsiisuu qofaa osoo hin taane qaawwaa duulaa argataan kanaan Haaromsa garbummaa gaggeessuun sirnaa fedhaan akka haataatti iddoolee qaawwaa nutti uumee jedhanii yaadan qajeelfatuuf dalagaa jajjabduutti jiruu. Kana keessatti immoo Oromoo akka sabaatti duula diina itti baayyisuun wareersanii harka kennachiisanii ajandaa ijaarsa biyyaa oromiyaa irraa if duuba deebisuu akeekkataan (kana adda dureen oromoo keessaa kanneen keessa jiraan warraa PPn mootummaa Oromooti jedhaa jiraniidha). Humnoonni ajandaa biyyaaleessa oromiyaa dura dhaabbataan kanneen diina annika itophiyaa caala milkaa’iina qabsoof gufuudha!.

Gareen akkanaa yeroo yerootti haala yeroo ilaallatanii bobaa Oromoo jalaa biqiluun miilla lamaan dhaabbataan kunneen ammaatti mooraa qabsootti goranii faayidaa qabsoof fidaan caala bakka lama dhaabbatanii raafama mooraa qabsoo biyyaaleessa oromootti waan fidaniif warreen akkanaa kun haleellaa laalessaa ykn qimmiiddaa madaalawaa kennuufiin hiriira isaanii akka filataan tolchuun dirqiidha.

  • Qabsoon Bilisummaa Oromoo as geesse iddoo jabduu itti mootummaa biyyaaleessa oromiyaaf biyya oromoo ijaaruu irraa jirtuu tanaa qaama inch takkaallee of duuba deebisuuf yaalu gara Laafina malee buqqisuun murteessaadha. As gahuu keessatti akka namaatti ilma oromoo qofa osoo hin taane kallaattiin bineensi oromiyaa mukaa dabalatee oromoo faana hubatee! Kanaafuu kabajaa dhuunfaaf jaalalli namuummaa waliif qabnu kamiyyuu oromoof oromiyaa booda.

Magaalaalee, hayyoota, dhaabbilee diinagdee, kuusaa meeshaalee dheedhiif warshaa, dhaabbilee mpotummaaf miti mootummaa oromiyaa keessa jiruu kanneen QBO gufuu tahaanif tahuu danda’uu jedhamanii yaadamaan, hundaallee haleellaa ijaarawaa(destruction for good isaa warrii tikaa jedhaan) irraatto gaggeessuun dirqama. Yeroo kana keessatti haleellaan kaanillee qaama ijaarsa biyyaa oromooti!

●Tanaafuu oromoonni gamlamaan muraa jirtaan, kanneen qeesiis sheekiis tahuutti jirtaan, kanneen ijaarsaas misirroos tahuutti jirtaan, kanneen osoo hin beekin ykn immoo beektaniis dantaaf hiriira gufuu ajandaa biyyaaleessa oromiyaa taatan hundi keessaan deebiyaa. Qaamni kamillee Oromummaa himaatu, itophoyaaf oromiyaa gidduu deeme itti fufuu danda’uu hin jiruu. Akeeka sagantaa miniliki I eegalee fiixaan baasuu irraa qooda fudhatanii diigumsa oromiyaa ammaa jirtuu tanaa kan Habashaan saganteessee PP jalaan itti deemaa jiruu kana deeggaruun yakkaa. Kanaafis Hiriiraaf gitaa ofii ilaallatanii dhaabbachuun dirqama.

●santi waan kana barreessuun feesiseef akkuma barruu kana duraa keessatti eere: ilmaan oromoo sirna itophiyaan oromoo gidduutti osoo gamlamaa waamanuu nyaatamaa turuun beekkamaadha. Kanaafis yeroo ammaa kanaatti du’aa wareegama hiriiraf gitaa oromoof hin malleef hin madaalle keeps dhaabbatanii kufuu irraa oromoon akka sabaattis tahee akka dhuunfatti ilmii oromoo tokkoo of baraaruu waan qabuufiidha. project itophiyaa itti fufsiisuu keessatti oromoon qooda fudhatee haleellaa karaa lamaa isa muudatuu keessaa ofbaasuun of baraaruuf hiriira ofii sirreeffatee gama Mooraa QBOtti deebi’uu ykn immoo harka maratee keessaa bahuu qaba. Sababni isaas;
~Sabboontoota hiree murteeffannaatti amanaan dura dhaabbachuu irraa humna sabootaa biyya ofii ijaarrachuu fedhaniin duula itti deemuuf akeeka ofii galmaan gahaatuuf ittiisa kaayyoo taasifamuu keessatti akka qaama PPtti ilaalamuun haleelamuu!
~2ffaa immoo humnoota finxaaleyyii sirna boodessaa hordofaan kanneen itophiyaa ammaa jirtuu kana gara boodatti haaromsuu(ofduubatti deebisanii kolonii kalee jabeessanii, garbummaa haaraatti) ijaaruu fedhaniin akka qaama PP(akka isaan maqeessanitti humna oromummaati jechuun haleelamuu).

Oromoonis yeroo kanaatti Biyyaa isaa takkiitti waliitti qabuu kana cancala kolonii jalaatti qaama tursuuf adeemu kamiyyuu ofirraa haay jedhee, humna sodaatamaaf abdatamaa nagaa waaraa gaanfa afrikaatti fiduu tahee argamuun filannoo osoo hin taane dirqama. Addunyaa duraatti qaama filaannoo osoo hin taane qaama dirqamanii oromoo gabbaranii nutti hirlataan taanee argamuuf qe’ee ofii Balfaa siyaasaa impaayeerri itophiyaa waggaa 170 oliif oromoo keessatti uumte qulqylulleessuun dirqama.

Oromoof Bilisummaa
Oromiyaaf walaabummaa
Argaamsiisuuf lubbuu qaalii
Baasaan malee hin jiruu fallii!
Jennee dhaadannoo keenya hojiitti hiikuun ammaa!
Jaawwii Jiillee

Leave a Reply