• Thu. Mar 19th, 2026

Jaarmiyaan ABO-WBO kaadhimamtoota haarawaa simatee leenjii waraanummaa fi siyaasaa kennuufiin Ebla 4, 2023 bakka ajajaan olaanaa ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa Lammeessaa argamanitti sirna hoo’aan eebbisiisee jira

Apr 10, 2023

Eebba kana kutaa 1ffaa isaa har’a galgala akka sa’a impaayerattiitti sa’a 2:00 irratti qabannee isiniif dhiyaanna.

TV ONM, YouTube fi telegram irraan nu hordofaa!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading