ONM-ABO Muddee 28, 2023
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar keessa sosso’u har’a ganama godina Lixa Shaggar aanaa Abuunaa Gindabarat ganda Gitiree keessatti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii laalessaa fudhachaa jira.
Guutuu gabaasa isaa qabannee isiniif dhiyaanna.
Injifannoon Uummata Oromoof!
