• Wed. Apr 22nd, 2026

Diddaa Uummataa – Burjaajii irraa of eegaa

Jan 31, 2024

ONM-ABO Amajjii 31, 2024

Maxxansaaleen eenyummaan isaanii hin beekamne akka waan labsiin Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa daandii #Guddicha qofa irratti ta’e gochuun, hawaasni hojii idilee isaatti deebi’uu danda’a jechuun maxxanaa jiru soba ta’uu Qeerroon Bilisummaa Oromoo dhaamsa dabarsaniiru.

Waamicha irraa akka hubatamutti Lagannaa Gabaa jechuun manneen daldalaa cufuu, gabaa ba’uu dhiisuu, hojjetaa hojii dhaabuu, barataan barnoota dhaabuu fi kkf kan haammatu yoo ta’u, Uggurri geejjibaa doqdoqqee irraa qabee hanga konkolaattota gurguddaa, daandii baaburaa haammata.

Kanaafuu Labsiin kun hojii irra ooluun itti fufa. Burjaajii irraa of qusadha. Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraa hordofa!

Odeeffannoo dhugaa qabsoo bilisummaa Oromoof Arraata Biyyoolessa Oromiyaa!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading