• Mon. Apr 20th, 2026

Horroo Guduruu Wallaggaa aanota cufaa fi godinicha daandii guddaa waliin wal quunnamsiisu hundi cufamuun lagannaan geggeeffamaa jira

Jan 31, 2024

ONM-ABO Amajjii 31, 2024

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanota cufaa fi godinicha daandii guddaa waliin wal quunnamsiisu hundi cufamuun lagannaan geggeeffamaa jira.

Sochiin xiqqaan magaalaa Shaambuu keessatti dirqamsiifamuun baajajotni hojjetan akka irraa dhaabbatan akeekkachiifamaniiru.

Kan labsii cabsu sirreessuun dirqama #Diddaa Uummataa lafa qabsiisuuti.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading