Qophii Humna Weelluu ONM-ABO Adoolessa 2, 2024 Itti Dhiyaadhaa!
https://rumble.com/v553c5q-qophii-humna-weelluu-onm-abo-adoolessa-2-2024-itti-dhiyaadhaa.html
https://rumble.com/v553c5q-qophii-humna-weelluu-onm-abo-adoolessa-2-2024-itti-dhiyaadhaa.html
OMM-ABO Adooolessa 2, 2024 Israa’el hoogganaa hospitaala guddicha Gaazaa kan ji’oota torbaa oliif hidhamee ture wiixata kaleessaa gadhiiste. Gadhiifamuun isaa…
OMM-ABO Adooolessa 2, 2024 Loltoonni impaayera Itoophiyaa sirna bututaa deebisanii utubuuf halkanii fi guyyaatti ergama kaabinoota irraa fudhatanii uummata nagaa…
OMM-ABO Adooolessa 2, 2024 Baroota as dhihoo hooggansi abbaa irree koloneel Abiy Ahimed aangoo impaayerattii qabatee kana keessa falmii guddaan…
OMM-ABO Adooolessa 2, 2024 Murni Bilxiginnaa erga dhufee kaasee saamicha adda addaa raawwachaa kan ture yoo ta’u, addatti ammoo magaalaa…
OMM-ABO Adooolessa 2, 2024 Maqaa WBO balleessuu fi akka uummanni Oromoo balaaleeffatuuf jecha murni Bilxiginnaa garee ajjeechaa qindeessuun uummata nagaa…
https://rumble.com/v551o7l-oduu-waaree-onm-abo-adoolessa-2-2024-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Adoolessa 2, 2024 Pirezidaantiin Mooriitaaniyaa amma aangoo irra jiran Mohaammad Ould Ghazouani sagalee %56.12 argachuun yoo injifatan, qabsaa’aan mirga…
ONM-ABO Adoolessa 2, 2024 Murni faashistii PP waraana isaa bobbaasuun ajjeechaa lubbuu fi hidhaa namoota nagaa dabalatee qabeenya namootaa barbadeessaa…
ONM-ABO Adoolessa 2, 2024 Sirni garboomsaan, dhiiga dhangalaasee dhugu bulguun impaayera Itoophiyaa, bu’aa siyaasaa barbaaduun aangoorra bubbuluuf sabaa f sablammoota…