Godina Lixa Harargee aanaa Hawwii Guddinaa jedhamutti saamichi maallaqaa fi lafaa waraana faashistii PP’n jiraattota irratti raawwate
ONM-ABO Adoolessa 3, 2024 Godina Lixa Harargee aanaa Hawwii Guddinaa ganda Buraayyuu jedhamutti ergamtootni faashistii PP jiraattota irratti saamicha hammeessanii…
