#Humni immoo Gurmaa’inaaf tokkummaa Sabichaa keessaa dhalata. Sabni garagarummaa kamiyyuu keessoosaa keessaa yoo qabatee dantaa waloo kabachiifachuu irratti wal ta’uu qaba. Dhala namaaf Wanti murteessan maalii yoo jette lafa. Lafarra wanti dhuganis ta’ee wanti nyaatan Jira. Namni lafa nyaachaa, namnis lafa nyaachaa jiraata. Humni guddaan hireef dantaa Sabichaa tiksummoo jaarmiyaa Siyaasaa jabaa dha. Addunyaa tun siyaasan qajeelfamti mitiiree? Dargaggeessimmoo Utubaa jaarmiyaa Siyaasa jabaati.
Kanaaf Qeerroon Bilisummaa Oromoo jabaachuu qaba, Oromoonis jabeeffachuu qaba.
Dubbi qolaa qolatti, dubbii golaas golatti dhiifnee dubbii waloo tanatti haa xiyyeeffannuun dhaamsa kooti!
@IOYA International Oromo Youth Association
