Uummati Oromoo Rakkoolee Waraanaa fi Beelaaf Saaxilamee dararaa jabduu argaa jira. Qaamni Biyya bulchu Rakkoon homaa akka hin jirreef Uummati…
Gabaasa gumaacha gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo diinagdeen tin’isuuf taasifame. Gabaasa kaleessaa ONM-ABO Hagayya 10,2022 Sabboontootni ilmaan Oromoo irree fi gaachana…
Gabaasa tarkaanfii gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo. Gabaasa kaleessaa ONM-ABO Hagayya 10, 2022 Irree fi wanteen uummata Oromoo WBOn tarkaanfii guggubduu…
https://youtu.be/sM4kFeuCodc
Miseensootni Waraana sirna PP sirnicha ganuu itti fufuun miseensi waraana isaanii tokko sirnicha keessaa ba’uun WBOtti harka kennate. ONM-ABO Hagayya…
Daangaa mootummaa naannoo Soomaalee fi naannoo Oromiyaa karaa Baalee Lixaa jiru irratti nagaa buusna jechuun uummata afanfaajjeessaa jiraachuu dhagaa’ame. ONM-ABO…
Uummatni Guraagee gaaffii naannoo ta’uu karaa seeraa gaafate waan dhabeef lagannaa gabaa eegaluun dhagaa’ame. ONM-ABO Hagayya 10,2022 Uummattootni impaayeera Itoophiyaa…
Godina baha Wallaggaa magaalaa Naqamtee keessatti ilmaan Oromoo hidhuu fi qabanii achi buutee dhabamsiisuun itti fufe. ONM-ABO Hagayya 10,2022 Sirni…
https://youtu.be/BhGLvZYpceE
https://youtu.be/nFRDCBCu6LQ