Fact
Akkaataa lolaa kaabaa itti gaadi’anii dhaamsaniin Kan Oromiyaa ni qabbaneessina jedhanii yaaduun gowwummaadha.
Mannii Maree Nageenyaa impaayeratti koraa godhatee rakkoo Oromiyaa osoo qaama walabaa Addunyaa hin hirmaachisiin gad xiqqeessinee waldubbii adeemsisuu qabna malee lolaan furuu hin dandeenyu wiixine jedhuu qabaatte har’aa paarlamaatti dhiyeessuutu himamaa jiraa.
Ijoon kana mitii!
1ffaa, Oromoon qaama bakka isa bu’uuf qaama abbummaan qabsoo qulqulluu gaggeessaa jiruu sirnaan quba qabaa. kanaaf shirrii golgaa araaran garee wayii waliin deemsofamuuf jedhu Oromoo hin ilaallatu!
2ffaa, rakkoon Oromoo Kan bu’uuraa impaayerummaa Itophiyaa waan taheef innii kun mariin osoo hin taane hiree Oromoo kabajanii Akka murteeffatuu deeggaruun furamaa.
3ffaa. gaaffiin Tigraay AU jalaatti waan tumsa Itophiyaatti harkifamee furameef Kan Oromoos akkasiin xiqqeessinee furraa jechuun gowwummaadha.
Qabsoon Oromoo gaafa goolaba geessuu Akka firaa baayyee horaattuuf firoota Kana keessaan kanneen Albee dugda duubatti baatanii Oromootti as qajeelan danuu Akka tahaan tolchinee beekna! kanaaf Yoo fedhiif hiree Oromoo dhaggeeffatanii irraa dubbannaa Oromoo waliin fedhaan qaamoota Addunyaa beekamoof walabaa tahaan affeeruutu dursa. Sana booda halduree Oromoon dhiyeeffatuu fudhachuun dirqama.
*Kan Oromoo nuqofaa bakka bu’aa jettaan immoo Oromoon Lola keessa jiraa, dronen gubataa jiraa, bakka bu’uuf dursa uummata keessa jiraachuun rakkina uummataa qooddachuu gaafata. gad Bahaa uummata waliin lolaa dursa.
ABO-WBO hiree Oromoof dantaa Oromoo hin sharafuu, taphni siyaasa dantaa Oromoo nyaachisuu kamillee Akka taphatamuuf diinaaf boqonnaa hin kenninuu! kanaaf warrii #suzuuki nagaan Boqoodha!
uummata kana Kan waliin jiruuf Kan uummanni Oromoos waliin jiruu WBOdha. gurbaa diiman(#trojan-guy) kanaaf yeroo darbee Nayirobiif ala keessa mataa turee!
Never ever,
nutti hin deebituu!
Jaawwii Jiillee
Nageenyi harkaa jiraa sibiila qabduun haami diina!
