• Mon. Jun 15th, 2026

Irbuu Post Baatii tokkootti marsaa lama kan isiin qaqabsiisu yootahu

Jan 18, 2023

Irbuu Post Baatii tokkootti marsaa lama kan isiin qaqabsiisu yootahu.

Yeroo amma Jildi Lammaffaa isin qaqabsiisuuf qophii xumureera. Jildii lammaffaa keessaatti Ergaa jajjaboofi Walaloo Bashannansiisoo hedduu qabatee dhufaa jira. Isinis Dubbisaa irraa baraadha!
Hubachisa:- Barruun IRBUU POST Jildii lammaffaan karaa toora Link kana argattu.

Keessummoonni Irbuu Post maal jedhan kan jedhuuf Saaqaa dubbisaa! Dubbisa Gaarii!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading