• Tue. Dec 5th, 2023

Irbuu Post Baatii lamaafi marsaa tokoo kan isiin qaqabsiisu yootahu. Yeroo amma Jildi Sadaffaa isin qaqabsiisuuf qophii xumureera – Guraandhala 5, 2023

Feb 5, 2023

Subscribe to get access

Adaamii Oolla Agamsaa (Magarsaa Barii)

Walloon akka muka mukarraa cabeetti maqaasaaf lafasaa, eenyummaaf aadaasaa, amantiisaaf duudhaa isaa dhabsiifamuuf waggaa 400 duraa eegalee hamminnii fi dabni irratti hin dalagamin hin jiru. Garuu haga har’aatti daggarsa qaama kamii malee of ittisee balaa Oromoon dachii Oromiyaa cufarra jiru qolachuu hin  dandeenye qolataa diina isa weeraruuf itti gamu ajjeesaa, ofiis wareegama baasaa Oromoo Oromiyaarra jiruyyuu kabachiisaa har’a ga’eera.

Qabsoo uummata oromoo 1991 Dura ture – Kutaa 1ffaa (Daandii Elemoo)

Beektotni Habashaa seenaa uummata Oromoo dabsanii barreessuu baran yeroo bulchiinsa gadaan Oromoonni Walloo nootummaa Gondar bulchaa turan bara moototaa jechuun mootummaan giddu galeessaa akka hin jirretti haa kaasan malee dhugaan jiru sirna bulchiinsaa caasaa qabu alwaaltawaa aangoo hanga sadarkas gadiitti qoodame (decenterelization ) tu geggeeffamaa ture.

ABO/ WBO’n QBO ni dhaale malee hin dhalle! (Jaal Badhoo)

Guddachuun Waraana Bilisummaa Oromoo kun Impaayerittiitti yaaddoo guddaa waan fideef yo danda’an waraanicha laaffisuuf keessaa fi alaan dalagaa jirti.
Namoota warraaqoo fakkeessanii dantaan bituun gara jaarmiyaa waraanaatti bobbaasu namootni ergama akkasii qaban qabsaa’ota fakkaatanii keessaan hojii diigumsaa hojjetu warreen akkasii fakkaatee bulaa jedhamu qabsaa’onni haqaa jara kana jabinaan of irraa eeguun dirqama.

Taatee Diigaminsa baroota garaa garaa ABO Irratti raawwaatamee fi Qabsoo Oromoo ABO-WBO’n Baraarame – Kutaa 3ffaa (Che Kuevara)

Yeroo Abiyi Aangotti dhufu Miseensonni WBO gameeyyiin Qilinxoof Zuwaay qofati kan hiikaman 200 ol turan. Warreen kun Caasaa ABO keessa dhokatee dhaabicha hongeessutu gurguratee Abdii Oromoon ABO bira qabu fageessa ture.
Keessahu gartuun #Double_Agent ta’un Qabsoo kana laamsheessa turan, miseensoota dhaaba daangaa ol waan beekaniif gara laafina tokko malee mana hidhaatti guutan.

Kaffaltii waggaa kaffaltani qabiyyee kan argachuuf Mallaattoo bilbiltuu asii gadii cuqasaa maatii tahaa

Subscribe to get access

Adaamii Oolla Agamsaa (Magarsaa Barii)

Walloon akka muka mukarraa cabeetti maqaasaaf lafasaa, eenyummaaf aadaasaa, amantiisaaf duudhaa isaa dhabsiifamuuf waggaa 400 duraa eegalee hamminnii fi dabni irratti hin dalagamin hin jiru. Garuu haga har’aatti daggarsa qaama kamii malee of ittisee balaa Oromoon dachii Oromiyaa cufarra jiru qolachuu hin  dandeenye qolataa diina isa weeraruuf itti gamu ajjeesaa, ofiis wareegama baasaa Oromoo Oromiyaarra jiruyyuu kabachiisaa har’a ga’eera.

Qabsoo uummata oromoo 1991 Dura ture – Kutaa 1ffaa (Daandii Elemoo)

Beektotni Habashaa seenaa uummata Oromoo dabsanii barreessuu baran yeroo bulchiinsa gadaan Oromoonni Walloo nootummaa Gondar bulchaa turan bara moototaa jechuun mootummaan giddu galeessaa akka hin jirretti haa kaasan malee dhugaan jiru sirna bulchiinsaa caasaa qabu alwaaltawaa aangoo hanga sadarkas gadiitti qoodame (decenterelization ) tu geggeeffamaa ture.

ABO/ WBO’n QBO ni dhaale malee hin dhalle! (Jaal Badhoo)

Guddachuun Waraana Bilisummaa Oromoo kun Impaayerittiitti yaaddoo guddaa waan fideef yo danda’an waraanicha laaffisuuf keessaa fi alaan dalagaa jirti.
Namoota warraaqoo fakkeessanii dantaan bituun gara jaarmiyaa waraanaatti bobbaasu namootni ergama akkasii qaban qabsaa’ota fakkaatanii keessaan hojii diigumsaa hojjetu warreen akkasii fakkaatee bulaa jedhamu qabsaa’onni haqaa jara kana jabinaan of irraa eeguun dirqama.

Taatee Diigaminsa baroota garaa garaa ABO Irratti raawwaatamee fi Qabsoo Oromoo ABO-WBO’n Baraarame – Kutaa 3ffaa (Che Kuevara)

Yeroo Abiyi Aangootti dhufu Miseensonni WBO gameeyyiin Qilinxoof Zuwaay qofati kan hiikaman 200 ol turan. Warreen kun Caasaa ABO keessa dhokatee dhaabicha hongeessutu gurguratee Abdii Oromoon ABO bira qabu fageessa ture.

Leave a Reply