Murni PP Oromiyaa keessatti leenjii gaachana sirnaa, miliishaa fi koreen Nageenyaas ajjeechaa itti fufee jiraachuun himame
ONM-ABO Bitootessa 27, 2024 Akka Oromiyaatti namni dhukaasuu danda’u kamuu dirqamaan leenjii gaachana sirnaa fi miliishummaa fudhachuu qaba jechuun PPn…
