Ilmaan Oromoo, Sabbontonnii fi Qabsaaonni baga gammaddan! Bofti afaa jalaa, kan hogganni WBO walii galee jioota afur dura mataa jifatee arihe, hara holqa irraa dhufetti galeera. Mooraan qabsoo qulqullaa´aa jira. Balinaan walitti deebina. #BurjaajiinHafte #BarriFakkeessuuDhume
