• Tue. Jul 28th, 2026

“Fedhii dhuunfaakee gaafa barbaaddu, gandadha maqaa dhahatta. Oromonimmoo sana bira darbeera, keessumaa dhaloonni har`aa. … ” – Jaal Marroo Dirribaa ji´oota afuriin dura

Dec 1, 2024

Jaal Marroo ji´oota afuriin dura:
“Fedhii dhuunfaakee gaafa barbaaddu, gandadha maqaa dhahatta. Oromonimmoo sana bira darbeera, keessumaa dhaloonni har`aa. … (Gantootni akkasii) yookaan cittee baddi yookaanimmoo qabsoo keessatti dhuunfatamti.”

GantuunCitteeGalte #BagaGalte

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading