• Sun. Nov 8th, 2026

Boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa

Jan 6, 2025

Boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa

Obbo Bulchaa Dammaqsaa karaa sirrii jedhanii filataniiin qabsoo ummata keenyaa keessatti hoggana qooda isaanii beekumsaa fi ogummaa guddaan bahatani.

Akka ogeessa dinagdeetti, Baankii Addunyaa(WB) irraa hanga Baankii Internationalii Awaashitti; akka hoggana paartii siyaasaatti, paartii Warraaqsa Federaalistii Ummata Oromoo hundessuu irraa hanga hoggansa Kongresii Federaalawaa Oromoo (KFO) fi Gamtaa partilee mormitootaa (Medrek)tti qooda isaanii bahataniiru.

Waraanni Biisummaa Oromoo, ummata keenyaaf, maatii isaanii fi waahillan qabsoo isaanii hundaaf jajjabina hawwa.

Oromia #Ethiopia #BulchaaDammaqsaa

Leave a Reply