“๐๐๐ฅ’๐ข๐ฌ๐ญ๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ญ๐๐?
โ๏ธBal’isanii yaaduun abukaattoo ilaalcha ofii keenyaa qofa ta’uu keessaa baanee #ilaalchota ilaalcha keenya faallessan gamaaggamnee ilaaluun dhugaa bira ga’uuf tattaafachuudha. Bal’isanii yaaduun, ” #๐๐ง๐๐ญ๐ฎ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐” jechuu osoo hin taane ” #๐๐๐๐ฅ๐ญ๐ฎ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐๐?” kan jedhu mirkaneessuuf imala godhamudha.
โ๏ธ #Dhugaa madda ishee osoo hin taane #eenyummaasheet dhugaa taasisa. Namni dhugaa sana dubbate fira kee yookaan diina kee, beekaa yookaan wallaalaa ta’uu danda’a.
โ๏ธAti nama bal’istee yaaddu taanan #madda dhugaa sanaa osoo hin taane eenyummaan dhugaa sanaa dhugaa (haqa) ta’uu qofarratti xiyyeeffachuu si feesisa.
Akeekkachiisni ani mata duree kanarratti si yaadachiisuu fedhu, bal’isanii yaaduu jechuun, haqa hin jirree irra dibdee dhugaa fakkeessuun nama gammachiisuu yaaluu ykn madda dhugaa sanaa waan jibbituuf ykn tuffattuuf gatii dhorkuu akka hin taanee beekuun murteessa dha.
โ๏ธFakkeenyaf Biiftuun gama bahaa fi lixaan baatii irratti osoo namoonni wal falman si mudatanii, lameen isaaniitiin ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐๐ก๐ jettee bira yoo tarte, ati ๐๐๐ฅ’๐ข๐ฌ๐ญ๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐ jedhamuu caalaa ati ๐ฐ๐๐๐ง ๐ฒ๐๐๐๐๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐๐ค๐ญ๐ฎ ๐ฒ๐จ๐จ๐ค๐๐๐ง ๐๐ฃ๐ฃ๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐๐ฎ hima jedhutu caalmaatti si
Jaarraa kana keessa bal’isanii yaaduu fi ejjennoo dhabuu gidduu garaagarummaan jiru baayyee dhiphachaa jira.
๐ชขAti garuu sammuu amma Addunyaa bal’atu baattee, yaadakee immoo guduunfitee harka namaa of hin kaayin.
Caayaa Qeerroo

