- Hoogganaan basaasa Turkiyyee (Turkish National Intelligence Organization (MİT), hoogganaa waajjira perezdaantii fii gorsaa Recep Tayyip Erdoğan ta’e namni İbrahim Kalın jedhamu ganama kana miseensota Paarlamaa AKP nama lama gara finfinneetti ergeera. bilxiginnaan sagantaa siyaasaa fii tarsimoo waliin dhahuu akkuma jiruun dhaaba erdogan AKP kanarraa akka korrojje hamatamaa turte , miseensonni MIT heddus waraana kaabaafii Oromiyaatti adeemaa tureef jiru irratti NISSA dhaaf couse dabaa laataafii turan.
- Amma irra deebiin gaaffiin Ogeessota Fayyaa amma jalqabe kun gara seektaroota biraatti ce’ama jedhamee waan shakkameefii Nageenyni Magaalattii yaaddoo hamaa keessa waan galeef torbee dhufurraa kaasee 9 (wiixata) garee jedhamu jalatti akkaataa jeequmsa fuulduratti dhalachuuf malu irra ooluu itti danda’an barsiisuuf sagantaan qabamee miseensota ramaddii jalqabaa TECHNICHAL DEPARTMENT fii gad jallaan warra ramaddii PROACTIVE INFORMATION OFFICE jala jiraniif kallattiin kennameera.
