Hoggantoonni Awurooppaa fi Afrikaa yaa’ii Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaa Awurooppaaf Angoolaatti walitti qabaman
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Walgahiin waggaa torbaffaan Gamtaa Awurooppaa fi Afrikaa mata duree ‘nagaa fi badhaadhina karaa biyyoota hedduu bu’a…
Lixa Wallaggaa aanaalee Mana Sibuu fi Qilxuu Kaarraatti murni faashistii PP duula WBO sakattaana jedhuun qe’ee uummataa goolaa jiraachuun dhaga’ame
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Godina Lixa Wallaggaa aanaalee Mana Sibuu fi Qilxuu Kaarraatti gaafa Sadaasa 22, 2025 irraa eegalee waraanni…
Kibba Oromiyaa Godina Gujii Bahaa aanaalee garaa-garaa keessatti waraanni Bilxiginnaa dararaa fi saamicha uummata irraan ga’aa jiraachuun himame
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Kibba Oromiyaa godina Gujii Bahaa aanaalee kanneen akka Bulee-Horaa, aanaa Qarcaa, Birbirsa Kojowaa fi aanaalee biroo…
Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Gullisoo keessatti waraanni Bilxigginna qabeenya uummata nagaa ibiddaan gubani barbadeessuun dhaga’ame
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Gullisoo ganda Maaruu keessatti Sadaasa 24, 2025 waraanni PP namoota maqaan isaanii:…
Godina Arsii Baha Aanaa Heexosaa keessatti waraanni faashistii PP dargaggoota 2 haala suukanneessaan ajjeesuun dhaga’ame
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Godina Arsii Bahaa aanaa Heexosaa ganda Hurxumaa Dambii keessatti sirna dhableeyyiin waraana impaayera Itiyoophiyaa gochawwan gara…
Oduu Waaree ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Itti Dhiyaadhaa!
https://twitter.com/arraatao/status/1993182871486710207?s=48
Israa’el ajajaa olaanaa Hizboollaa Beerut keessatti erga ajjeestee booda akeekkachiisa ittisa qilleensaa kaafte
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Israa’el Wiixata kaleessaa sadarkaa akeekkachiisa sirna ittisa qilleensaa ishee kaabaa kan kaafte yoo ta’u, kunis ajajaa…
Jiraattotni aanaa Harxummaa Fursee irraa aanaa Dawwee Harawaa magaalaa Booraa gabaaf deeman hidhattoota faashistii PP jumlaan hidhamaa, reebamaa fi garmalee saamamaa akka jiran ONM’tti himatan
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Uummanni aanaa Harxummaa Fursee fi Dawwee Harawaa uummata waggoota dheeraaf hariiroo hawaasummaa akkaan gaarii fi hawwataa…
Godina Baha Shaggar aanaa Boosat keessatti murni Bilxiginnaa maatii qabsaa’otaa hidhuun dararuu fi reebuu jabeessanii itti fufan
ONM-ABO Sadaasa 25, 2025 Godina Baha Shaggar aanaa Boosat gandoota garaagaraa keessatti murni Bilxiginnaa maatii qabsaa’otaa hidhuun dararuu fi reebuu…
