Godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Sooddoo Daacciitti saamichi waraana gabroomfataa PP’n jiraattota irratti jabaachuun himame
ONM-ABO Adoolessa 14, 2024 Uummanni Oromoo impaayera Itoophiyaa keessatti haamileen isaa cabaa kan jiru ta’us paartiin badhaadhinaa maqaa uummata Oromootiin…
