WBOn zoonii lixaa Lixa Wallaggaa ona Najjoo Keessatti Tarkaanfii fudhate
WBOn zoonii lixaa Lixa Wallaggaa ona Najjoo Keessatti Tarkaanfii fudhate. (ONM-ABO Bitootessa 27, 2022) Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn…
WBOn zoonii lixaa Lixa Wallaggaa ona Najjoo Keessatti Tarkaanfii fudhate. (ONM-ABO Bitootessa 27, 2022) Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn…
Irree fi gaachanni uummata Oromoo Waraana Bilisummaa Oromoo godina lixa Shaggar Aanaa Liiban Jaawwiitti waraana PP mar’achiise. (ONM-ABO Bitootessa 27,2022)…
ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII BAHAA (Bitootessa 26, 2022 ONM ABO) Abdiifi wonteen ummata Oromoo WBOn zoonii kibbaa…
Waraanni Bilisummaa Oromoo Kaaba Lixa Shaggar qaamota nageenyaa mootummaa PP to’achuu beeksise. (Bitootessa 26,2022 ONM ABO) Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii…
https://www.youtube.com/watch?v=Mj2UeNkciNI
ABO-ONM ( Bitootessaa 24,2022) Barattoota shan lixa Shaggar ona Cobi ganda Marsaa Lakkuu mana barumsaa sadarkaa 1ffaa keessatti kaleessa Bitootessa…
Waraanni faashistii PP fi finxaaleyyoonni Amaaraa godina lixa Shaggar Aanaa Baakkoo Tibbeetti maatii tokko guutuu rasaasaan ajjeesan. (ONM-ABO Bitootessa 24,2022)…
Oduu Injifannoon gotichaa woranaa bilisummaa oromoo zoonii Kibbaa bahaa oromiyaa godinaa arsii lixaa anaa shaallaa keessaa Socho,uu cibraan jaal naadhii…
Humnootni finxaaleyyii Amaaraa godina Matakkal ona Dibaax keessatti qeerroo tokko ajjeesuun manneen gubanii loon ooffachuun dhagaa’ame. (ONM-ABO Bitootessa 23,2022) Mootummaan…
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Sibuu Siree keessatti Waraanni Mootummaa PP namoota sadii rasaasaa fi albeen qaluun ajjeesuun ibsame. ( ONM-ABO…